FreeAllOromoPoliticalPrisoners!!

Isuma Wayyaaneen loltuu Abiyyi kana darzaanan boojitu kun natti tola. በዛ አድርጎ መማረክ ደስ ይላል 👏

ነዞም ሰብ ኣይትብሎም እንስሳ ካበይ እዩ ገፊጡ ዘምፀኦም ዘሎ !
እንተስ ቁሩብ ፍሽኽ ክትብሉ እንተስ ክትስሕቁ ኣቲኹም ረኣይዋ ቁርስኹም እያ ::
እምነተይ ኣብ TDF 1000%


Dedicated to Lencho Bati, caalaa Bultume, Ararso Bikila and others.
Haqni keessan haqa kooti,
Haqni keessan haqa Oromooti,
Haqni keessan haqa Oromiyaati.
Haqni keessan haqa bilisummaati.
Haqni keessan haqa mirga abbaa biyyummaati.
Haqni keessan haqa sabboonummaati,
Haqa qabna, arraas boruus ni moona.
Haqni keessan hin dhokatu
ufumaan uf dubbataa,
Lilmoo godhanii awwaalu
gaara ta’ee muldhataa!
Haqne kee, haqni koo, haqni Oromoo, haqni Oromiyaa Abadan dhokatee hin hafu.