Former deputy chief of staff of the Ethiopia military,General Abraha Woldemariam(ኳርተር) passed away

BREAKING!
Janaraal ኣብርሃ ወልደማርያም (ኳርተር) kan Abdii Ilee ajajuun ummata keenya MNSomaalee buqqisaa fi ajjeechisaa ture, kan magaalaa Awwadaay Oromiyaa jalaa baasuuf carraaqaa ture boqoteera. Biyya Tailanditti osoo wal’aansarra jiruu har’a ganama boqote.
Maddi:
Tigray Media House (TMD)