Finfinnee/Oromiyaa: Neftegnan Qabeenya Oromoo waan taheef!

Finfinnee/Oromiyaa: Neftegnan Qabeenya Oromoo waan taheef!

Finfinneetti Qabeenya Ummata oromoo kan tahe #RiftValleyUniversity dameewaan 3 fi waajjira TV OBS dabalatee akka agartan kanatti Nafxanyoonni miidhaa guddaa irraan qaqqabaniiru.

Akka karoorri isaani kuni raawwatamuf Torbee lamaan dura Qawwee heeyyama seeraan qabu waardiyyoota yunivarsiticha irraa “shaneedhan walitti dhufeenya qabdu jedhamee shakkama” jedhanii irraa guuranii haala akkanaatis saaxilan. Argaa yaa Oromoo!! Maali cubbuun akkanaa!!

Elias Hussein