Finfinnee! Nugustichi har’a nugusummaa isaa dhabuu waan amane fakkaata!

Finfinnee! Nugustichi har’a nugusummaa isaa dhabuu waan amane fakkaata!

OMN – Oduu Ijoo ( Sadaasa 2,2021)


Odeessa Finfinnee galma kiiloo 4 irraa amma dhufe! Nugustichi har’a nugusummaa isaa dhabuu waan amane fakkaata! Yeroo gabaabaaf waltajji godhee ture. Ani “nama lolee lolchiisu danda’u” erga jadhe dubbate booda haasaa isaa irraa abdii murannaatu mullata! Walumaagalatti lola amma deemaa jiru moo’u akka hin dandeenye waan amane plan biraa barbaaduutti dubbachaa ture jadha odeessi amma dhufe!!

Odeessa kana guutuu link kanarraa

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.