Finfinnee Keessatti Dubbiin Haaluma Yaadamuun Deemaa Jira.Finfinnee Kutaa magaalaa Booleetti manni Barumsaa

Finfinnee Keessatti Dubbiin Haaluma Yaadamuun Deemaa Jira.Finfinnee Kutaa magaalaa Booleetti manni Barumsaa

Finfinnee Kutaa magaalaa Booleetti manni Barumsaa sadarkaa 1ffaa Caffee Bulbulaa barattoota 268 Afaan dhalootaa isaanii Afaan Oromootiin barachaa jiru.Manneen barnootaa biroottis akkaataa fedhii barattootaatiin barnooti Afaan barbaadaniin akka baratanuuf hojii bal’aan hojjetamaa jira.Itti muddi