“Kaleessa finfinnee naannoo goorootti makiinaa isaa irratti alaabaa ABO fanniffatte jechuun kan habashootni miidhaa irraan geesistedha.”

Finfinnee: “Kaleessa finfinnee naannoo goorootti makiinaa isaa irratti alaabaa ABO fanniffatte jechuun kan habashootni miidhaa irraan geesistedha.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Of Statues and Heroes: For the last time
=====

Those of you who are so concerned about our demand for the removal of the Menelikan statue: if you really think he is your hero, or he is the hero of Adwa, please take it to Angolela (his place of birth) or Ankober (his capital), or even better, to Adwa!
———
Warra siidaa Menelik akka siidaa gootaatitti fudhatanif: qaallichi dhugumaan goota keessan yoo ta’e gara biyya dhallotasaa (Angolalaatti) ykn magaalaa motummaasaa (Ankobarritti) galfadhaa! Namichi goota lola Adwaati yoo jettanis nurraa kaasaati Adwaatti dhaabbadhaa! Oromoo fi Oromiyaaf inni diina!

————-
ምኒልክ ጀግናዬ ነው ካልክና ሃውልት አቁመህ ልትዘክረው ከፈለግክ፣ ሃውልቱን ማቆም ያለብህ እዛው አንተ መንደር ነው። ወይ በተወለደበት አንጎለላ፣ ወይ በመናገሻ ከተማው አኮካበር አቁምለትና አክብረው።አይየአድዋ ጀግና ነውና… ካልክምእዛው አድዋ ወስደህ ትከለው (ባለቤቶቹ ከፈቀዱልህ)። ለኦሮሞና ኦሮምያ ግን ምኒልክ ጀግና ሳይሆን ደመኛ ጠላት ነው። በኦሮምያ ሃውልቱን አቁሜ አስከብረዋለሁ ብለህ ካሰብክ፣ ወይ የዋህ ነህ፤ ወይ እብሪተኛ ነህ። ሁለቱም ለፖለቲካህ አይበጁም።

#ሙታናችሁን_በክብር_አንሱልን_አልያ
Tsegaye Ararssa


Warri OPDO Hinsodaatiinaa; isan kun sin miidhuuf utuu hintaane, kabajaa isinitti horuuf naannoo keessan buufatanii jiru.

Leencikee ija mukaa soorata godhatee Oromiyaa tiksaa jira. Ilaali gaafa leenci hawaasa mariyachiisee nagaa buusee qe’eesaatti dacha’aa jiru. Qeerransi kun utuu akkakee baratee ofiifi maatiisaa gargaaruu fedhuuti bilisummaakeef jecha Bosona filatee nagaakee eegsiisuu murteeffate. Leencota akkanaa naannoo dhalootakootti kumaatamaan horachuukoof gammachuunkoo dachaadha. Dhiyoottan ijaan argee waliin…..!!!

WBO’n amma Oromiyaa keessaa iddoo 6 tti leenjiirra jiru qofti….