(Finfinnee, Fulbaana 25, 2013)– Artiist Almaaz Hayleen(Maamii) boqatte.

(Finfinnee, Fulbaana 25, 2013)– Artiist Almaaz Hayleen(Maamii) boqatte.
 
Artiist Almaaz fiilmotaa fi tiyaatiroota hedduurratti taatummaan taphatteetti.
Guyyootii 15f dhukkubsattee wallaansa hordofaa kan turte yoo ta’u har’a ganama boqatteetti.
Artiistittiin har’a ganama kan boqatte yoo ta’u, sirni awwaalcha ishiis booru Fulbaana 26,2020 Kaatedraala Qulqulluu Sillaaseetti raawwatama.
Nagaan Boqodhu!!