Finfinnee: Dooktar Abiy Ahimad maqaa hoggansa olaanaa raayyaa

Finfinnee: Dooktar Abiy Ahimad maqaa hoggansa olaanaa raayyaa

Finfinnee, Waxabajjii 22,2011(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad maqaa hoggansa olaanaa raayyaa ittisa biyyaa fi siiviilii torbee darbe wareegamaniin biqiltuu ejersaa dhaaban.

Dooktar Abiy maqaa hoggansa olaanoo torbee darbe wareegamaniin har’a biqiltuu ejersaa kan dhaaban mooraa Masaraa Biyyoolessaa keessatti.

Haaluma kanaan maqaa Dooktar Ambaachaw Makoonnan, Etaamaajoora Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Sa’aaree Makoonnan, Migbaaruu Kabbadaa, Izaz Waasee fi maqaa Meejar Janaraal Gazaa’ii Abarraatin biqiltuu dhaabaniiru.

Biqiltuun dhaabames gumaacha isaanitiif kabajaa laachuu fi jijjiirrama dhufe keessatti ga’ee isaanii yaadachuufi.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.