Finfinnee booleetti manni barumsa Afaan Oromoo diigame!

Finfinnee booleetti manni barumsa Afaan Oromoo diigame!

Boolee Aanaa 15n mana barumsa Gaara guurii kan Afaan Oromootiin waggoottan hedduuf barsiisaa ture seeraan Ala ijaarame jechuun poolisoota magaalaa Finfinneetiin diigamaa jira. Mana baruumsa guutummaatti bulchiinsa magaalaa Finfinneetiin beekamtii qabu yeroo Ammaa kana dirqamaan lammaa Magarsaa yeroo bulchiinsa MNO bulchaa ture san dhiibbaa inni godheen Ummata Amaaraa irraa buqqisanii ijaaran jechuun manni barumsa beekkamtii qabu yeroo Ammaa kana diigamaa jira!

Via: Ajaahib Jimaa Tooboo


Ibsa Addi Bilisummaa Oromoo, Mootummaa Ce’umsaa Biyyoolessaa Naannoo Oromiyaa hundeessuun barbaachisaa ta’uu ilaalchisuun baase irratti, marii Qondaala ABO – Obbo Waaqoo Noolee waliin taasifame
#RSWO – Onk 29, 2020