“Filannoonis ta’e hidhannoo Finfinnee kan Oromooti”

“Filannoonis ta’e hidhannoo Finfinnee kan Oromooti” hoggana bal adara Mikir bet Pirezidaantii MM

“Filannoonis ta’e hidhannoo Finfinnee kan Oromooti” hoggana bal adara Mikir bet Pirezidaantii MM

Fekadu Fayisa


Magan fokkina hojii opdo!
Kaabinee fi Kaadireen opdo Walitti qabamtee Godina Gujii Magaala Nageelleetti Ijoollee fi Nadheen Birriin Bittee Kaan Sodaachisaan Bahaatii Shanee Balaaleeyfadhaa jettee garaan bultoota Wacxee waccisiisaa oolte”

Via: Tulluu Hiyyeessaa


Hiriira Gujii kan an beeku kana 


Kum magaalaa Asallaa mana baruumsa sadarkaa 2ffaa sagantaa geggeessa barattoota irratti jedhama.


Shawwaa Roobit akkasitti dargaggootaf fuula fuulatti leenjii keennera . Kun kan godhamuuf oromoo kamisee haalo ba’uuf akka ta’e beekamaadha

30/2011
ከግንቦት 19 አስከ ግንቦት 30/2011ዓ.ም ሲሰጥ የነበረው የወጣት ሚሻዎች ስልጠና ባለ6 የአቋም መግለጫ በማውጣት ዛሬ ተጠናቀቀ

Shewa Robit City Administration Kentiba office


Humnii addaa naannoo Amaaraa bulchitoota Kamisee hidha OPdOn aammo Buraayyuu abbaa torbee jettee oromoo hiiti.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.