“Qaama Dhimmii ilaaluuf : Dhaabileen feederaal Naannoo Oromiyaa keessaattii caasaa isaanii hangaa dakaattii diriirsanii Uummataa tajaajilaa jiraan kaneen
akka
Ethio Telecom
Bankii daldalaa
Humnaa ibsa Afaan hojii isaanii Afaan oromoo ta’uu akka qabuu heeraa fi seeraa biyyittii irraattii hundoofnee ni gaafana
akkasumaas humnii ibsaa tajaajiilaa barbadamee naannoo keessaattii Keenaa hin jiru
Qilleensaraa olchii
Qeerroo Amboo irraa