FEDERAALIZIMII FI OROMOO 08 03 2010:- OBN




FEDERAALIZIMII FI OROMOO 08 03 2010

MIIRA SIRBA L. DR ALII BIRRAAN UUMAME


Namichi kaleessa Limmuu Kossaatti joollee keenya ajjeese sun falfaltuu ture. Jaartii miidhamtee toora namummaa keessaa baate tana jawwee soorsisuu ture. Ummanni yeroo tarkaanfii fudhatetti jawween gubateera. Kan gubaa irraa hafe kunooti. Dubartittiin akkuma hospitaala geesseen duute.
Hanga falfaltuun Oromiyaarraa buqqaatutti Oromoon nagaa hin argatu



Via: Gammadaa Olaanaa



Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*