Fate of internally displaced victims in Ethiopia, they are still suffering. Is the government doing enough to help them? or are they even doing anything?

Fate of internally displaced victims in Ethiopia, they are still suffering. Is the government doing enough to help them? or are they even doing anything? I don’t think Ignoring them is a solution to solve their problems. They need to come up with immediate action plans to protect these victims: #NOW


Mariin Araaraa Yunivarsitii Ambootti Taasisame

AMBO UNIVERSTY

AMBOO —

(voaafaanoromoo)—Mariin araaraa barattoota Oromoo fi Amaaraa Yunivarisiitii Ambootti baratan gidduutti adeemsifamee jira.

Marii kana irratti barattoonni ammaan booda akka walitti hin buunee fi akka tokko tahanii barnooota isaaniitti bobba’an waadaa walii seena, jedhama.

Pireezidaantiin Yunivarsiitii Amboo Doktor Taaddesee Qana’aa sirna araara barattootaa sana irratti argamuun haasawa garaa nama nyaatu gochuun isaaniis himamee jira. Gabaasaan keenya haaraan, Naakoor Malkaa kana irratti gabaasaa erge qaba. Guutummaa isaa caqasaa.



Galaanaa Gaaromsaa – Damma Roobilee Too – New Oromo Music 2019

Caalaa Daggafaa “IRRAAN GEENYE” New Oromo Music 2019