Faantuu Damissoo: Yaadannoon kun Hacee qofaaf otoo hin taane,

“Yaadannoon kun Hacee qofaaf otoo hin taane, warra isa waliin wareegamaniifis naaf yaa ta’u.” Faantuu Damissoo

Maatii fi hiriyoonni guyyaa dhaloota Hacee ganna 38ffaa mana barnootaa fedhii addaa Sabbataatti akkanaan yaadatanii oolaniiru.
Qaalii keenya Haacaaluu Hundeessaa bara baraan si yaadanna.
#MaalMallisaa #HaacaaluuHundeessaa #HachaluHundessa
Via: Hachalu Hundessa FB

Oduu Mudde 31,2021- Tarkaanfii WBOn Loltoota PP irratti fudhatefi Yaadannoo guyyaa dhaloota Hachalu


Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.