EU will follow the US’s suit! Jutta Urpilainen, The EU Commissioner for International Partnership held discussion with Ambassador Feltman, the US’s special envoy to the Horn of Africa.

EU will follow the US’s suit! Jutta Urpilainen, The EU Commissioner for International Partnership held discussion with Ambassador Feltman, the US’s special envoy to the Horn of Africa.
Gullisoo!
#Namarraa_Lammeessaa harka mirgaa Hayiluu Gonfaa fi Kamaal

 

Galchuu kan ta’ee fi irra deddeebiin lixa oromiyaa keessatti maqaa WBO balleessuun TV irratti jaldeemtota isaa faana hojjetaa kan ture, maadhee WBO fi deggertoota ABO adamsee lubbuu galaafataa fi galaafichiisaa kan ture, akeekkachisa hedduu booda magaalaa Gullisoo keessa fayyaatti butamee iddoo barbaachisu geeffameera. Fakkaattonni isaa ammaaf miliqanii magaalaa Gimbii fi Naqamtee jiran jiru, kaameeraan keenyas duukaa deemaa jirti. Eessattuu hin baatan dhiiga kichuuf ol adeemaatu isin qaba. Erga gooftaan keessan qabamee isininis mogoleen akka isin buute nii beekne, bu’uu qofaas miti. Waan facaafattan nii haammatu!


EU will follow the US’s suit! Jutta Urpilainen, The EU Commissioner for International Partnership held discussion with Ambassador Feltman, the US’s special envoy to the Horn of Africa.
 
MM Abiyyi diplomaatota kana lamaan waliin masaraatti wal argee “mee koottaa paarkii tokkummaa waliin daawwannee deebina” jennaaniin lakki dubbiin harkaa qabnu dubbii cimaa waan ta’eef paarkii daawwachuun nutti hahafu jedhaniin jedhan. Jarri waay’ee duguuggaa saynii mari’achuuf dhufan, inni koottaa kuruphee, jaldeessa fi sardiida dhaawwanna jedha. Abbaan kaameeraa gaattiraa jala taa’ee suuraa kaasuuf eegaa turees kasaare. Achii galanii viizaa dhoowwatan.
 
Gowwaan recordii cabse!😡
————
Mootummaan N. Amaaraatu kilabii Kubbaa isaaniitif qarshii mil. 20 yoo kennu,
MN Oromiyaa Shimallis kan dhimmichi isa hin ilaallanne qarshii mil. 25 kenneef!!!
Dhugaa rabbii cundhuurummaan kana caale jiraa?? tu Yaa Jarana Gowwaa akkanaa kana haadhuma oromoottu dhale moo…? ay hojii rabbii
Gumaa Dhugaa
የትግራዩን በዬትኛዉም ጦርነት ዉስጥ መጠቀም ክልክል የሆነውን የኬሚካል የጦር መሳርያ ጭምር በመጠቀም የተፈጸመዉን ጭፍጨፋ በግንባር በመገኘት በቀጥታ የመሩትን የአብይ አህመድና የኢሳያስ አፈወርቂ ተላላኪዎችን በመመዝገብ ማዘጋጀት ጀምረናል። በዚህ አጋጣሚ በሀገር ዉስጥም ሆነ በሀገር ዉጪ የሚገኙ የዚህን ጭፍጨፋ በቀጥታም ሆነ በተዘዋዋሪ ደጋፊዎችን ስም ዝርዝር ማዘጋጀት መዘንጋት የለበትም፣ ለህግም ሆነ ለታሪክ ያስፈልጋል። በዚህ አጋጣሚ ለኦሮሞ ህዝብ ማስተላለፍ የምፈልገዉ መልዕክት ቢኖር በኦሮሚያ ያለዉን እልቂትም በቀጥታ በግንባር ተገኝተዉ እየመሩ ያሉትን ስም ዝርዝር ማዘጋጀትም ወሳኝ ነዉ። ከዚህ ጋር በተያያዘ ቢያንስ ቢያንስ ባለፉት ሶስት አመታት በመላዉ ኦሮሚያ የተፈጸሙትን የንጹሃን ዜጎቻችን ግዲያ ዉስጥ ሚና ያላቸዉን ከቀበሌ ጀምሮ እስከ ክልልና ፌዴራል መንግስት ቢሮዎች ዉስጥ የሚገኙ የአብይ አህመድ ተባባሪዎችንም መዝገብ ማዘጋጀት ይኖርብናል።
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.