Ethiopia’s Defence Force Chief of Staff Gen. Seare Mekonnen, assassinated

Ethiopia’s Defence Force Chief of Staff Gen. Seare Mekonnen  assassinated

Siyaasni Itoophiyaa kun booruu dha. Hin qulqulloofne, dorgommiin EPRDF keessatti angoof taasifamu dhumee hin jiru. Kanaaf ititaa jechaa turre. Kunoo amma odeeffanoon bahaa jiru akka himutti Janaraal Sa’aree ajjeesaniiru. Bulchaan naannoo Amaaraalle du’aa fi jiruu keessa jira. Pwer struggle itti fufee jira. Namni wolumaanuu osoo jiru walirratti qabsaawa. Keenna hedduun waanuma kanaa hin hubatu. Qabsoo alarraa ifatti wol-moraman qofa beeka. San qofa eega. me ititaa waan mara xiinxalaa!
Me wonni amma deemaa jiru kun mootummaa Abiyyiif bu’aa qabaa? Miidhaa ho? Bu’aan maali? Miidhaan maali?

Nagessa Oddo Dube



ESAT Special News Sat 22 Jun 2019