Ethiopian Music : Abdii Gammadaa (Finfinnee Koo) ..

Ethiopian Music : Abdii Gammadaa (Finfinnee Koo) – New Ethiopian Oromo Music 2019(Official Video)

 


Caalaa bultumee Oromo music waltajjii Kabaja hundeeffama ODP waggaa 29ffaa Boolee


Waa lama nu garsiisee duuti NAGAASOO
1ffaa, Namnii XOPHIYAA guutuuf fayyada jedhee, halagaafis yaddayuu, jiruu isaa qisaasa malee Galatnii isaan biraa argatu hin kan hin jirree ta’uu
Yoo jiraatees gaafa du’e qofaa boohuufi
2ffaa, namnii gaafa jiru, alaabaa saba oromoo jala hin dhaabanneeffii mallattoo ofii godhattee hin muldhannee, jireenyaaf du’aaniis kanuma ormaatiin geggefamuu isaa nu garsiisee

Mohammednur Guye


OMN: Oduu Galgalaa (Caamsaa 05, 2019)