An Ethiopian delegation led by Minister of Foreign Affairs, and Chief Administrator of Oromia Lema Megersa has left for Eritrea today.

An Ethiopian delegation led by Minister of Foreign Affairs, and Chief Administrator of Oromia Lema Megersa has left for Eritrea today.

An Ethiopian delegation led by Minister of Foreign Affairs, Dr Workneh Gebeyehu, and Chief Administrator of Oromia regional state, Lema Megersa has left for Eritrea today.

According to sources, the delegation will meet and discuss with Dawud Ibsa, Chairperson of the Oromo Liberation Front

(OLF) in Asmara this afternoon.

 


Gooticha Oromoo Bilisumama sabaaf birmate! Gootni kun cunqursaa sabaa ilaaluu dadhabee, qabsoo Oromootti dabalame. Qawwee kaasee falmuutti seene. Sabni keenay goota akkanaa waan qabuuf sadarkaa ammaa gahe.
Sintaayyoo Gadaa, ogummaa gaazexeessummaa warraaqsaatiins aba isaa tajaajilaa jira. Galatoomi!!


Barattoota Gannaa Yuunversiitii Wallaggaa

Gaaffiin barsoosotaa baroota hedduuf hacuucamaa turullee hacuucamee hin hafu. Namni gaaffii isaanii haalaan deebisu dhabamullee harki isaanii kun tola gad hin deebi’u!


Iccitiin Injifannoo qabsoo Oromoo hedduu gad-fagoo dha. Sabichi murattoota, abbaa fi ilma, kanneen jiruu, dantaa dhuunfaa, amatii siaanii fi jireenya isaanii kaayyoo Oromoof jedhanii dhiisan, sabaaf ofkennan waan qabuuf sadarkaa ammaa irra aghe!!
GOOti eenyu ree?
Kabajaa guddaa Jaal Olumaa Qubee fi Jaal Billy Bermuda.

Via: Dhábasá Wakjira Gemelal