Ethiopia: Who is the Terrorist ?

#BREAKING_Ammee! Ethiopia: Who is the Terrorist ?

-Ugum! Manni maree Ministeerota Itoophiyaa walgayii guyyaa har’aa taa’en “Addi Bilisummaa uummata Tigraay(Wayyaanee) fi WBO Amaarri ‘Shanee’ jedhee waamu ‘shororkeessummaadhan akka murteeffaman” jechuun yaada murtii dhiyeesse.
 
-Tarkaanfiin raawwii murtii kanaas dhaabbilee fi namoota dhuunfaa qaamota kanneen wajjin hariiroo yaadaa fi gochaa qaban mara irratti kan raawwatamuu fi fudhatamus jedhamee jira.
-Dantaa sirna nama nyaataa Minilik deebisuuf, sirna fewudaalii gita bittaa saba Amaaraa deebisuuf paartilee maqaa sanaatin jiran filannoo keessaa baasanii…
 
-Qabsaa’ota qulqulluu mirga saba isaanitiif dhaabatan hidhaa fi ajjeechaa irratti labsanii, dataa Amaaratiif jecha Oromoodhan shororkeessaa jedhanii yoo akkanaan nagaan argame…
-Ugum! Yoo akkanaan walii wajjin jiraachun dandaa’ame inuma agarra! Oromoo waraabessa sitti dhufaa jiru qalbifadhuu qabsaa’otaa fi dhaabbileekee jabeeffadhu


“We worry that, if elections move forward without the reforms required to earn the trust of the Ethiopian public, growing ethnic and political tensions across the country, will boil over into even greater violence” – five United States Senators to the newly appointed United States Special Envoy to the Horn of Africa