Ethiopia: Who and what is behind the Oromians’ torture! Dararaa Oromoon keessa jiru.

Ethiopia: Who and what is behind the Oromians’ torture! Dararaa Oromoon keessa jiru. Nama akka horiitti walitti hidhuun bara bilxiginnaa dhufee. kun seenaaf hataa’uu

Mootummaan Abiyyi haala argitan kanaan shanee deeggartan jedhee manguddoota harka walitti hidhee salphisaa jira. Oromoon akka ammaa kana salphifamee hin beeku.
የአብይ መንግሥት በዚ መልክ ነው ህዝቡን እያሰቃየ የምገኘው።

This is Ethiopia today
Namni naga dhabee nagenyaa barbaaduuf bosonaa deemun waan hin olledha.
Waaqayyoo seeraa baasera saba koo hin ajjesin jedhe.
እግዚአብሔር ህግ አውጥቷል ህዝቤን አትግደል በማለት ።
መጽሐፍ ቅዱስ በእጁ የያዘ የእግዚአብሔር ባህራ ስገደል አባቱ ዝም አይልም።ደሙም ይጮሃል !
 
 
 
 

Kaadhimamaa PHD Unversitii Abbaa Minc kan ta’e Qajeelaa Taasisaa jedhama. Kol. Abiy Ahimed eda galgala irbaata godhochuun, nyaachuutu dhaga’ame. Budoomni Kolonel Abiy qaroo Oromoo jaallachiisa. Warreen xonqaayota Dabtaraatu raageef. Dhiiga beektota Oromoo dhuga.
Ittiin du’i jedhaanii.