Ethiopia: Wayyaannee osoo naannoolee biraatti nagayaa borreessuuf halkanii fi guyyaa dalagaa

Ethiopia: Wayyaannee osoo naannoolee biraatti nagayaa borreessuuf halkanii fi guyyaa dalagaa jirtuu kibba Tigraay keessatti finciilli adda ummataan isii qunnaame jira

Ethiopia: Tanaa Qawween viva!! dura taa’a #SDP obbbo Ahmed Shidee Tarkaanfii jalqaabanii jiran hoggonoota ergaama wayyaannee fudhaate ummata jidduutti rakkoo uumaa turee keessa nama shan angoo isaanii irraa kaassee jira
Namni lama koree hujii rawaachiistuu keessa yeroo tahuu sadeen hafaan ammoo koree jidduugaala #SDP dhaatti

Namni yakkaa dalagees seeraatti ni dhahaata jechuudhaan ibsa gazeexxeesootaaf kennenii jiruu .jabaadhuu Obboo Ahmed

Waa’ee manguddoo oromoo rayyaa ni beeyta ? Bara haga tokkoo dura Artiistii teenyaa #Saalihaa #Saamii deemte wallee takka dalaaguun ni yaadatama .amma dabaalataan wal baruu yoo feete Video kana dawaadhu ?