Ethiopia: Waraanni mootummaa ummata dirqisiisanii leenjii loltummaa kennaafii jiru.

Waraanni mootummaa ummata dirqisiisanii leenjii loltummaa kennaafii jiru.
Ummanni kun akka WBO lolu godhanii lubbuu iyyeessaatiin aangoo isaanii dheereffachuuf.

Oda Labsi Fajji

Bu’aa Jeneraal Kamaalii teennaa ilaalaa. Qaawwa inni Oromootti baneen habashaan akka mana keenyatti duuddee nukeeysa burraaqxu ilaali. Namni kun diina malee akkamitti fira naan jettaree?


Listen to this blubbering idiot…lunatic.

In these two videos, Ethiopia’s prime minister Abiy Ahmed Ali (Nobel Prize recipient) tried to create a parallel example of Oromos and African Americans. He is literally blaming African Americans (Oromos and other nations in Ethiopia) for the injustice they’re facing now. In the second video you see Amharic speaking Addis Ababa “Aradas”, people who dearly abhor Oromos and other nations in Ethiopia are laughing when the psychopath Col. Abiy mocks on the wounds of oppressed people.

Note: the first video clip has English subtitles. Thus, it’s convenient to report it to #BlackLivesMatter and other rights groups.

Via: Alula Solomon