It is in Ethiopia:These are some of severely tortured and physically disabled political prisoners being escorted to court today

It is in Ethiopia: These are some of severely tortured and physically disabled political prisoners being escorted to court#Ethiopia today.


Gabaasaqeerroo

“Guyyaa sadeen kana keessatti humni addaa Magaalaa Naqamtee keessa maandheffate tarkaanfii haleellaa diinarratti fudhachuu itti fufee jira.kanumaan walqabatee guyyaa Kaleesaaafi dhaangaddaa nama nama maqaansaa Gabayyoo Tafariifi Geetaachoo kan jedhaman adabee jira.Gabayyoon battaluma yommuu du’u,Getaachoon hospitaala seenee du’aaf ajjeechaa jidduu jira.Guyyaa har’aa Caamsaa 08/2018 galgala sa’a 1:30ttis naannoo addaa Kaafteeriyaa Kookeet jedhamee beekamutti haleellaa taasiseen ergamaan ammaaf eenyummaansaa hinbeekamne lubbuun adabamee jira.Yeroo ammaa kanas dargaggoonni reenfa nama duute kanaa marsanii sirbuuf yommuu yaalanitti korri bittinneessaa Oromiyaa dargaggoota kana daandiirraa ari’aa jiru.”

Miidhaksaa Abbishuu