Ethiopia: These type of malicious comrade are the main cause of problems

Ethiopia: These type of malicious comrade are the main cause of problems


Oduu Ammee!!
Waltajji har’a PP Finfinneetti gaggeessaa jirtu irratti caasaa PP Tigraay maqalee fi magaaloota qubaan lakkaawaman malee TPLFn akka diigamaa jiru gabaasni dhiyaateera kana jachuun Naannoo Tigraay lolli gaggeeffamaa akka jiru mirkaneessa.
 
Oromiyaa keessatti aanaalee 67 ol keessatti caasaan mootummaan waraana bilisummaa Oromoon akka diigamee jiru gabaasni mootummaan Naannoo Oromiyaa har’a waltajji irratti dhiyeesse ni mullisa.
Sudaan lafa daangaa Itoophiyaa waliin qabdu to’achuun Lafa Naannoo Amaaraa irratti lola bantee lafa To’achaa akka jirtu mootummaan Naannoo Amaaraa gabaasa dhiyeesseen addeesseera.
Naannoo Gumuzii keessatti rakkoon wal xaxaa humni addaa Naannoo Amaaraa akka uume waltajji irratti gabaasni dhiyaateera.
 
Naannoon somaalee daangaa Affaar waliin wal qabatee rakkoon guddaan akka qunnamaa jiru gabaasa dhiyeesseera.
Walumaagalatti Abiyyii rakkina kana hundaatu muddamsuu keessa galchee yaaddoon maraachaa jirta!!
Odeeffannoon kun keessoon nu dhaqqabe malee PPn yeroo gabaasa kana dhiyeessan Public hin goone ija ummata irraa dhooksuuf jacha media akka hin dabrine godhanii waliif qoodaa..‼️