Ethiopia/Oromiyaa: Mallattoon du’aa gaggaba’ jedhu mitii?

Ethiopia/ Oromiyaa: Mallattoon du’aa gaggaba’ jedhu mitii? Gaafa ummanni si dide miliishaa kee ummata fakkeessitee hiriira baasuu malee fala maal qabda? Garuu gaafa har’as borus sobaan namas ofis gowwoomsuun sii gamte maal abbaa isaa! Akkuma jirutti gadi yaaftee yuniformiidhuma isaaniitiin akka ummata of fakkeessanii bahan itti dhiifta.
ምርጫው የጨረባ ምርጫ ለመሆኑ ደምበኛ ማሳያ!
1. ነፍጥ ይሶ የብልጥግና ድጋፍ ሰልፍ – ሰላማዊ 🤔 ሰልፍ?
2. መከላከያና ፖሊስ ለሁሉንም በገለልተኝነትና በእኩል ማገልገል ሲኖርበት ብልጥግና ያለ ሀፍረት ጠቀለለው።
በየትም ዓለም የለሌ አሳፋሪ ተግባር!

Oromia Liberation Front OLF is celebrating Oromia’s Day..
Congrats Oromia. April
15.2021


Wabii Dhaabaa – Callisuu Burqaa – Ethiopian Oromo Music 2020 [Official Video]