Ethiopia/Oromiyaa: Biyyi inni bulchuu waan keessa jirtu photo 1ffaa, naannoo ofii jiraatu waan inni fakkaatu photo 2ffaa.

Ethiopia/Oromiyaa: Biyyi inni bulchuu waan keessa jirtu photo 1ffaa, naannoo ofii jiraatu waan inni fakkaatu photo 2ffaa.
 
 


Breaking
Agaloo Meexxii

Godina kamashii Aanaa Aagaloo meexxii keessatti humni bilisa baasaa uummata beleshaangul gumuz magaalaa guddaa agaloo jedhamu seenuun injifannoo guddaa galmeesuun waajjiraa mootummaa fi manneen amantii akkasumas dhaabbata mootummaa pp guutummaa guutuutti barbadeessan.lolichi akkuma itti fufeen jira.Achuma godina kamaashii irraa namni odeessa naaf qoode waraanni konkolaataa heeddun garasitti bobba’uus as deebi’aa hin jiru jedha.kamaashii keessattis hojjettootni guutummaa guutuutti hojii dhaabanii akka jiran naaf hime!!



ጥብቅ መረጃ፤ዲፕሎማቱና ጠቅላይሚኒስትሩ በቤተመንግሥት፤ፌልትማን ጠቅላይሚኒስትሩን ትተው ኤምሬትስ የሄዱበት ምስጢር፤ያልተሰሙ መረጃዎ

ዶ/ር ዐብይ የረሃብን ታሪክ ሊደግሙ ነዉ- USAID / 600 ሰዎች ላይ ክስ መሰረተ የመንግስት ውሳኔ / በትግራይ የእናቶች ሞት ጨምሯል

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.