Ethiopia: Oduu Ariifachiisaa!! Breaking News!!

Ethiopia: Oduu Ariifachiisaa!! Breaking News!!

Ibsa USA 🇺🇸 hordofee erga Waraanni Tigraay Tarsiimoo adda addaaf Naannoo Amaaraa fi Affaar gadi dhiisee bahe booda Gareen Abiyyi akka waan lolaan injifataniitti caffaraa jiru. Amma immoo lola dhuma hin qabne gareen Abiyyi eegaluuf deema Warri Tigraay erga Affaar fi Amaaraa keessa bahanii booda Tarsiimoof bahuun warra Tigraay injifachu itti fakkaachuun RIB Abiyyi Naannoo Tigraay seenuuf akka deemu dhageenyeerra. Akkuma Osoo lolli kaabaa hin eegalin dura lolaa miti marii biyyooleessa kan hunda hirmaachiseetu barbaachisa jachaa turetti. Ammas RIB Naannoo Tigraay seenuun lola dhuma hin qabneef daandii waan saaquuf Naannoo Tigraay seenuu irraa osoo of qusatanii garuma Abiyyiifu irra gaariidha. Hubadhaa yeroo Sarbaminsa mirga dhala namaa Waraanni Abiyyi rawwaateef United Nations security Council akka Idil-Addunyaatti (International Community) qorannoon akka gaggeeffamtuuf ajaja dabarse qorannoof gara Ethiopia seenuuf deeman kanatti Waraanni Abiy Naannoo Tigraay seenuun dubbiin Abiyyi Copxoo irratti fanxoo akka taatu godha…!

Via: Ajaahib Jimaa Tooboo

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.