Ethiopia: Major Janaraal Geetaachoo Guddinaa dhimma Walloo

Ethiopia: Major Janaraal Geetaachoo Guddinaa dhimma Walloo irratti dhugaa jirtu lafa kaa’e. Kan rakkoo dhalche caasaa hunma nageenyaa naannichaa tahuu osoo hin diddibiin ifatti addeesse. Humna biraatu seenee lole kan jedhamee ololamus sobsiiseera. Haaromsi mootummaan caasaa waraanaa keessatti godhe ajajoota sodaa tokko malee haqaaf dhaabbatan akka janaraala kanaa horachuun nu boonsuu qaba. Silaa akka waca Oromoo fi dhaaba maqaa Oromoon socho’u xureessuuf wacamaa jiruu taatee yoona Oromoon bulguu godhamee addunyaa amansiifama ture

Ethiopia: የወሎውን ግጭት የቀሰቀሱት በክልሉ የፀጥታ መዋቅር ውስጥ ያሉ ኃይሎች (የአማራ ክልል ልዩ ኃይል) መሆናቸውን የሰሜን እዝ ዋና አዛዥ ጄኔራል ጌታቸው ጉዲና ማምሻውን ለEBC ተናግረዋል:: ሌላ ኃይል ወደ ክልሉ ገብቷል የሚባለውም ፍፁም ውሸት መሆኑን አስምረውበታል::


Breaking/Oduu Ammee

Ethiopia: Muumichi Minitiraa Itoophiyaa Dr Abiyyi Ahmed gooticha Oromoo Atileet Feyisa Lilesa Gemechu Masaraa Mootummaatti simachun badhaasa birrii Miliyoona walakkaa(500,000) fi “Ati goota keenya bara baraati“ jechuun gonfoo addaa gonfachiisaniiru!!Fayyoo keenya kabajaan kun dhugumatti siif mala!!Baga gammadde!!Baga gammanne!!Ati goota keenya bara baraa ti!!
Abbichuunis goota keenya!!
Seenaa hojjachuu itti fufeera!!



Ethiopia: Shukshukta (ሹክሹክታ) – ሳሞራ የኑስ ሃገር ሊለቅ ነው | Samora Yenus | Getachew Assefa | TPLF