Ethiopia is the Island of Democracy! Adaamaa fi Dirree Dawaatti salaata booda sagaleen Free Jawar Mohammed fi all Plotical prisoners

Ethiopia is the Island of Democracy! Adaamaa fi Dirree Dawaatti salaata booda sagaleen Free Jawar Mohammed fi all Plotical prisoners

Adaamaa fi Dirree Dawaatti salaata booda sagaleen Free Jawar Mohammed fi all Plotical prisoners jedhu dhageesifameeti jira.. 

Kun ergaa jabaa dha; sagalaa jabaa dha; haga bilisummaatti falmaan Oromoo akka hin dhaabbanne kan mirkaneesse, #ImaanaaDhalootaa #OromoLivesMatter

Salaata booda, #Adaamaa!


Ummata Oromoo, Oromiyaa Kaabaa
Baga Ayyaana guddaa fi kabajamaa geessan!!
Eid Mubarak!!

OMN: Ayyana Iid Al Faxirii 1442ffaa

Waggaa har’aa Istuudiyoo OMN Finfinneetti Abreham Birru Chaltu Tefo haala kanaan Jawar wajjiin qilleensarra turan. Har’a Jawar mana hidhaatti ugguramee, Istuudiyoon OMN Finfinnee guutuutti saamamee, maallaqa ummataa kan OMN Baankii keessa jiru akkuma jirutti saamanii, gaazexeessitoota OMN kanneen baqattummaaf saaxilanii kaan hidhanii waggaa tokko keessatti kuni hundi tahe. Hacaaluu faa dhabne. Garuu kana hunda dandamannee ammas Oromoon qabsoo itti fufe. Haqa qabna! Bilisummaa qofatu qabsoo dhaabuu dandaya!
Ferhan Abdulselam
 

የቤተ-መንግሥቱ ቤተኞች፤ከአገሪቱ ቀውስ ጀርባ ያሉ ”ምሁራን”…


#Adama #FreeJawarMohammed #FreeBekeleGerba #FreeAbdiRaggasaa #FreeHamzaBorana #FreeAllPolitcalPrison #EidMubarak