–#Haadha Oromoo: Budaatu jabbootakoo nyaate; Xiyyitiitu Jabboolakoo nyaate,
Ilmaanshee walfaana mana tokko keessaa rasaasaan daguugani, 2020
Beekan Erena
Ethiopia, #Genocide, #Oromo, #Oromia, #Awaday. PM Abiy Ahmed Ali Government, 2020
Are we back to square one?The video shows that members of the military forces are beating and torturing the youth in Awaday,eastern Oromia! https://t.co/6MPuEUVlxj pic.twitter.com/TEBIWMHtTl
— Kichuu (@kichuu24) February 20, 2020
Oolmaa Magaalaa Awadaay guyyaa har’aa | Deggersa Oromoonni Australia, Melbourne jiraatan RSWOf taasisan | RSWO
#Picture of the day! Gurraandhala 20,2020, Hiriira Paartii Badhaadhinnaatiin yaamamee dha
Abbaan viidiyoo kana waraabe haa galatoomu. Reebicha gaafa Hiriira Guddaa Finfinnee sanii fi isa kana wanni adda godhu waan tokko qofa. Gaafas Wayyaaneedhaan arra ammoo Nafxanyaadhaan tahuu isaati.
Gareen Bilxiginaa #Awadaayit bifa kanaan Guyyaa hardhaa Qeerroo Cafaqaa olte. Jijiiramni Qeerroon dhufe hardhas Qeerroo nyaachu itti fufeera.
ዛሬ ብልፅግና በጠራው የድጋፍ ሠልፍ ላይ ተቃውሞ ሲያሰሙ የነበሩት የአወዳይ ቄሮዎች በመከላከያ እንዲህ ነበር ሲቀጠቀጡ የነበሩት….በነዚህ ልጆች ደሞ ስልጣኑን ተቆናጦ መልሶ ደማቸውን ማፍሰስን ተያይዞታል
እንግዲህ በምርጫም ሆነ በእርግጫ አበደን ፒፒ ከዘንድሮ አታልፍም!!
#Dhaamsa. Konoleen Gammachuu Ayyaanaa.
Lafa Oromoo maqaa Amantaatiin saamamu dhaabbachu qaba.