Ethiopia/ Finfinnee: Hin geenyeetu geesse! Abjuu miti dhugaa dha.

Above Single Post

Ethiopia/Finfinnee: Hin geenyeetu geesse! Abjuu miti dhugaa dha. Asoosamas miti seenaa dha. Dhugaa kana haaltee eessaayyuu hin geessu. Marfamteettaa, harka kennadhu!

Yaya Beshir

የፊንፊኔ ከተማ ቀደምት [የድሮ ስያሜ] እና የአሁኑ ስያሜ ዝርዝር የያዘ ቢልቦርድ፡፡ ሁሉም የማወቅ መብት አለው።
እናመሰግናልን ክቡር ከንቲባንና መሰተዳደሩን!!


Muummichi Ministeeraa Israa’eel, Beenjaamiin Netanyaahuu dubbii mootummaa Itoophiyaa fi Ertiraanota baay’ee walitti buusu dubbataa jira. Netaanyaahuun dorgoommii filmaata paarlaamaa biyya isaa (Knesset) kan torbaan lama qofti hafe sababfachuun miidiyaa biyyattii tokko irratti akka dubbatetti, baqattoota Ertiraa Isra’eel keessa jiran biyya irraa dhufnitti deebisuuf akka na gargaaru Dr. Abiyyi waadaa naa seeneera jechuun dubbate. Dubbii kana kan dhaghan Diasporaan Eertiraa yeroo ammaa Dr. Abiyyi irratti dheekkamaa jiru. Haa tahu malee maddeen biroon akka ibsanitti Dr. Abiyyi Ahmed gaafa Israa’eel daaw’ate san dhimmi akkasii akka hin dubbatamin hojjetaa embaasii Ethiopia tokko waabeffachuun gabaasanii jiru.

Netanyaahuun dorgoommii filmaataa irratti sagalee guddaa argachuuf jecha baqataa daguugeen isinirraa baasa waadaa jedhu seenaa jira. Waadaa kana dhugoomfachuuf jecha mootummaa Itoophiyaa fi mormitoota sirna Isaayaasa Afawarqii walitti diraa jira. Dr. Abiyyi dubbii kana irratti afanfaajjiin dhalataa jiru akka qulqllaahu gochuu qaba. Siyaasaa Eertiraa keessatti dhimmi baqattoota isaanii mata duree jabaa dha. Dargaggoon Eertiraa harki caalaan biyya gadhiisee baqattummaan addunyaarra faca’ee argama. Mootummaan Itoophiyaa dhimma jaraa keessaa akka hin seenne mirkaneessuun nageenya sirna Isaayaas booda biyyattii waliin jiraachuu maluuf murteessaa dha. Warri Wayyaanees dhimma kana hafarsuun wal dhabdee Dr. Abiyyii fi diasporaa Eertiraa gidduutti babal’isuuf hojjechaa jiraachuu argaa jirra.


Nuti, gasoo jaalalaan qonnee
Tulluu jibbaa buqqifna
Imaanaa abbootaa fuunee
Duudhaa keenya guddifna
Addunyaan haa ilaalu
Akka hiddi seenaa hin cinne
Xiqqaafi guddaan keessanuu
Kottaa Hora Finfinnee!

Takele Uma Banti


New Oromo Music (Caalaa Bultumee)


እንደዚህ አይነት ሰዎች ለጊዜው ለእረፍት ወደ ደንበጫ እንድሄዱ ይመከራል

ሰዉ ቤት የመጣ ሰዉ እንደ ቤቱ ሊመቸዉ አይችልምና እናዝናለን; ምቾት ስላስተሰማህ ግን እኮ ምርጫ አለህ!

Below Single Post