Ethiopia: Biyya PPn ijaaruu deemtu kana dha ???

Ethiopia: Biyya PPn ijaaruu deemtu kana dha ???

Qeerroo Daallee sadii hundaaf.
#Caalii_Zaaraa jedhama. Zaaraan harmeesaati. Zaaraa Muujahiid jedhamti. Abbaan isa dhalche hin beekamu.
Godina Qeellam Wallaggaa Aanaa Daallee sadii ganda 02 tti dhalatee, safara Hambaabessa ykn corroqa jedhamee waamamutti guddate.
Guyyaa Har’aa Barataa Amaanu’eel marfata Magaalaa Dambidoollootti, harkasaan kan itti dhukaasee galaafate isa kana.
 
Magaalaa DD keessatti Dargaggoo kana humni addaa qabee erga “addabaabaayyiitti “ baasee booda ummata duratti rasaasaan ajjeessan. Biyya PPn ijaaruu deemtu kana dha .

Waraanni OPDO ganda keeysa deemee joollee Oromoo daa’ima humaa harkaa hin qabne ajjeesuun beekkama. Yeroo dirree lolaa dhaqan harka kennuun beekkamu.
Mucaa daa’ima tokko ajjeesuuf jecha waraanni dilli kun marsee dhaabbata.
Qeeyroon Oromoo kana irraa maal baruu qaba…
—-
Waraanni Abiy Ahmed Qeeyroo Oromoo hundaa fixuuf haal duree hundaa xumurateeti jira. Haalli arra arkaa jirru kun isin hundaaf hafuuf hin deemu. Mana teeysee du’uu fii akka dhiiraa gumaa obbolleeyyan keetii baafachaa du’uu filmaanni keeti. Mana teeysuus duuti sirraa hin hafu.
Itti yaadi ammummaan !!

Niitiin kun sabummaa ishee hanga har’aa Oromoo himatti taanaan nama qaanfachiisa! Oromoon du’a lammii isaa karaa dabaa haala kanaan ta’u deggaru shaarmuxaa akka ishee yoo ta’e malee jira jedhee hinyaadu! Juujuu niitii


Reeffa Oromoo lafa Oromoo itti fakkaate akka lafa nu saamanii baraan reeffa fi boo’icha keenya nu Saamaa jiru.
Nama har’a D/Dollootti ajjeefame Amaaraa jedhanii addunyaatti himataa jiru.
Kun madaa namaatti quba dha’uu jedhamaa


Loltoonni (kashalabbootni)Abiyyi Tigiraay keessatti mucaa waggaa 16 ajjeesanii 7 ta’anii irra dhaabatanii suuraa ka’uu. Oromiyaa fi Tigiraay dirree dhiigaa godhee jira Abiyyi.
 


Gara jabina kashalabboota Abiyyi bobbaasee ilaala, Ayi oromoo