Ethiopia: Benishangul Gumuz minority in Ethiopia under ethnic cleansing!

Ethiopia: Benishangul Gumuz minority in Ethiopia under ethnic cleansing!

ጠሚው የራሳቸውን ስሜት ያጋሩን ይመስላል:: ብሄርተኛ ለመሆን የመገፋት ስሜት አለብኝ አይነት:: ይህ ብዙ ጊዜ ሶሻል ሚድያላይም የምንሰማው ነው:: ይህ ከብሄረትሰብ ቡድንተኝነት ላለመውጣት ምክንያት ሊሆን አይችልም:: ችግሩ በምክር እና በአነቃቂ ንግግር የሚፈታ አይደለም:: operating systeሙን በመለወጥ እንጅ::


Gooticha oromoo PP nafxii qullaa buusise!
Kaleessa Gootichi waraana bilisummaa oromoo WBO’N humna addaa Poolisii federaalaa kumaandoo PP nafxii 29 du’aan adabee jennaan naasuun lafa lixxu dhabdee jirti pp’n! olola oofuu qofaaf guyyaa har’aa Muddee 28/ 2020 #Marroon ni du’e jette! Dubbiin akkanaa Kun yeroo hedduu irra deddeebi’ame! Olola oomishuun kisaaraa diinagdeef waraanaa ishee mudate kana ija Uummata oromoo jalaa ukkaamsuuf pp’n olola akkasitti kanatti dhimma bahuuf yaaluun kun isa jalqabaa miti,har’as boriis hamma dhabamtutti pp’n olola sobaa oomishuu irraa duubatti hin deebitu.kanaafuu Uummanni keenya waan mana pp Keessatti odeeffamu kamirrayyuu gurra keessan cufaachuun qabsoo keessan itti fufaa.Jaal marroo mataaniyyuu hin bowwofanne du’uu dhiisi.duuti ppf haa ta’uu.
Faandoon PP akka itti dhumaa jirtu dhoksuuf ololli furmaata miti!
Marroon sirna! Marroo jechuun nama tokko miti yoo jennus PP duudaa waa hubachuu hin dandeessu !!
#Marroo mataachisaa nafxii PP!
Kana egaa gootni!
Marroon barabaraan jiraata!


WBO BAKKA INNI YEROO TOKKO IRRA EJJETEE DUUBA DEEBISUU MITII MEETIRA TOKKO IRRAA BUTUU AKKA HIN DANDEENYE PP’N NI BEEKTI!
EDITOR/GULAALAA: Waqgari Regassa
EutelSat 7WA, Freq 10727 Horizontal, SR 27500, FEC 7/8, Gadaa Bilisumma Channel
____________
Share! | Waliif dadabarsaa! | #KelloMedia
———————————————
Facebook:

https://www.facebook.com/KelloMedia


OBN Mudde 16,2013-Jirattoonni Magaalaa Dambii Doolloo duula sakatta’iinsa ABO Shanee irratti geggeessan. Kantibaan Magaalaa Dambii Doolloo,Obbo Mulaatuu Leellisa Duulli sakatta’iinsaa kunis guyyoota 3’f akka raawwatame himan.
Hawaasni magaalichaa nageenyaa isaaf dhaabbachuu akka qabus dubbatan.
Obbo Mulaatuun namoota duula kanarratti hirmaatan galateeffataniiru.
Bulchaan Godina Qellem Wallaggaa, Obbo Gammachuu Gurmeessaa, akkuma garee TPLF irraatti duulle awaallee ABO shanee balleessuun oolantummaa seera kabachiisuuf hojjechaa jirra jedhan.
Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaarraa odeeffaanne.