Jaalala Oromummaa-WBO!!Hiriirrii deeggarsaa waliigaltee ABO fi Motummaa Ethiophia gidduutti taasisame magaala SHAAMBOOtti haala kanaan deemaa jira

Jaalala Oromummaa-WBO!!Hiriirrii deeggarsaa waliigaltee ABO fi Motummaa Ethiophia gidduutti taasisame magaala SHAAMBOOtti fi NAQAMTEE haala kanaan deemaa jira

Via: Dhábasá Wakjira Gemelal

Gootota kana fuuldura Kaameeraa OBN tu jira.
Gootota kana duuba seenaatu jira.Galata qeerroof,kan guyyaa kana dhaqqabneef!!Talaviziyoona Mootummaa fuldura dhaabbatanii akkasiitti qoma dhiibanii waraabamuu,isa nuu dhaqqabsiiseefis galata qabna!!
#OBN
#WBO
#Qeerroopower!!

#Shaambuu-Hiriirrii deeggarsaa waliigaltee ABO fi Motummaa Ethiophia gidduutti taasisame magaala SHAAMBOOtti haala kanaan deemaa jira


#NAQAMTEE-Araara ABO fi mootummaa gidduuti taasiifame ummanni gammachuun deeggaraa jira.


በኦነግ እና በኢትዮጰያ መንግስት መካከል የተደረገው ስምምነት በአስቸኳይ ሥራ ላይ እንዲውል በሻምቦ ከተማ በአሁኑ ሰዓት የድጋፍ ሰልፍ እየተደረገ ይገኛል።

ከመፈክሮቹም መካካል ኦነግ የህዝብ ነው ኦነግ ማለት ሰላም ነው የኦነግ ሰራዊት በመካከላችን ይገኛል የሚሉ ቄሮ አሁንም እየታሰረ ነው በአስቸኳይ ይቁም የሚሉ መፈክሮች ተሰምተዋል።


WBO ‘n magaalaa Shaambuu keessatti ummata waliin jira