EPP (PP)!! Oromoo lixa network irra kutaanii , ibsaa balleessaani dukkana keessa ka’anii gara Finfinneetti immo gandaa keessa deemanii nafxanyaa sooruu!!

EPP (PP)!! Oromoo lixa network irra kutaanii , ibsaa balleessaani dukkana keessa ka’anii gara Finfinneetti immo gandaa keessa deemanii nafxanyaa sooruu!! , PP hormaaf garaa ballattee Oromootti garaa jabaattee.

Fekadu Fayisa


ከበደላቸው በላይ ያመመን መልሰው እኛኑ መወንጀላቸው ነው !! ኡስታዝ አቡበከር አህመድ ከተሻለው በኃላ የስተላለፈው ወሳኝ መልዕክት


PP hin Filannuu
“PPn har’a angoo guutuu harkaa qabutti fayyadamee gaaffii sabni keenya dhiigasaa itti lolaase deebisuu utuu danda’uu sababoota bishaan hinkaafne funaanuun borutti beellamata. QOODA GAAFFILEE KANNEEN DEEBISUU MALEE ANGOO GUUTUU HARKAA QABUUN UUMMATA KEENYA WALLAGGAAFI GUJII DARARA. Abadan PP hinfilannu.”

#Inbox


THIS IS NOT : VEITINAM, SIRIA OR Yemen but Wallagga at 2020 by NOBEL PEACE PRIZE winner ABIYI!!. Too painful how the world is hypocrite and the rest of Oromos keeping silence!