Empowered Oromo, means Free Oromia!

Empowered Oromo, means Free Oromia!

Mormii Sirna Bilxiginnaa OSFNA irratti
 
Oolmaa OSFNA guyyaa 7ffaan Sirna Yaadannoo Haacaaluu fi Mormii Bilxiginnaa cimaan gaggeefamaa oolee jira. Oromoonni Kuma heddu lakkawamaan Ameerikaa , Canada fi Biyyoota Adda addaa irraa dhufan sirna kana irratti hirmatanii jiru.
– Free Jawaar Mohammad , Baqqalaa Garbaa , Abdi Raggaasaa, Jaal Daawud Ibsaa , Koloneel Gammachuu Ayyaanaa fi Justice for Haacaaluu sagaleen Jedhu ol-ka’ee Dirree keessatti dhagayamaa oolee jira.


“Warra sammuun walabaa hidhannootu irraa tola!” 💪
Goota gabrummaaf hin sarmine! Jaal Gollicha! #WBO