“Oduu Bishooftuu Dhufte. Elfooraan Akkaa Cuufamuu Murtahee Jiraa




Oromoota Walloo irraa Tumsa Lammiif gara Hammarreessaa dhufaniif Simannaa Jiraattoonni Haramayaa taasisaniif!!

“Oduu Bishooftuu Dhufte. Elfooraan Akkaa Cuufamuu Murtahee Jiraa
=======================
Laftii Hektaraa 37 Maqaa Investimantiin Abbaa Qabeenyaa Sheek Almudiin gidduu Magaalaa keessaattii luukkuu horsiisaa turee iyyaannoo ummataa karaa TV OBN gazeexesaa Alsan Asaffaa Araarsoo akkaa darbee ni yaadatama. Yeroo ammaa kanaa Karaa Motumaa Naannoo Oromiyaa furmataa argaatee jiraa . Laaftii kun magaala gidduttii kaan argaamuu fi hawasaa jiraata Magaalaa irraattii raakkoo Fayyaa fidaa waan jiruuf akkaa cuufamuu murtaahee jiraa.

Via Toleeraa Caalaa

Akkaa cuufamuu



Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*