Kichuu

EID MUBAARAK Warra baranaa Kan bara hegeree! Rakataa Furaa’s video.

EID MUBAARAK

EID MUBAARAK Warra baranaa Kan bara hegeree! Rakataa Furaa‘s video.

Guyyaa kun Eidal fixrii ja’ama duuba waanii edal fixrii ja’ameef batii tokko somanaan dabarsinee Guyyaa itti faxaru waan taheefii.

Duuba Guyyaa kana akuma nutti nyaata fi bashananutti Deegaan keenya akka agabuu oole akka keenyatti bashananu nutti gargaaruu qabna. Waanii dhuma sooma irratti fixrii kenaniifiis kanumaafi. Warri deega keenya gargaartan Galatooma jacha akasuma Kan barbaaduus nu Qunama.

Exit mobile version