Eebba WBO Giddu gala zoonii lixa Shaggar.

Eebba WBO Giddu gala zoonii lixa Shaggar.

Waraanni Bilisummaa Oromoo WBO’n zoonii giddu gala lixa Shaggar yeroodha gara yerootti mooraa qabsoo Oromoo humneesuun fardii ta’uu hubachuun waraana haaraa leenjisuun eebbisiiseera.
Ajajaan WBO zoonii kanaa Jaal Sanyii Nagaasaa mirga hiree murteeffannaa ummanni Oromoo waakkatame mirkaneessuu fi sirna Impaayeera Itoophiyaa aangotti dabaree wal furuun akeeka Itoophiyummaa fi olaantummaa alagaa afaan qawweetiin Oromoo irratti fe’ame qolannee Oromiyaa walaboomte ijaaruuf gurmuu fi mooraa QBO itichuuf humna Qeerroo Bilisummaa Oromoo leenjisuun murteessaa ta’uu ibsaniiru.

ODUU Hatattama Tarkanif wbon fudhaten warani bayen ajefamu |Abiy |Uhuru |Marroo |Moha Oromo


አንድ ትግሬ ገድለን ብንሞት ዋጋ አለው… ይህ የዘር ፍጅት ነው.. በማይካድራ የፈፀሙትን እነዚህ ናቸው


ታዬ ለማ እያልክ ተንጀላጀል ሰውየውን እዩት ምን እያለ እንዳለ?!

Liar and fake!!

He will disappear before OLF!!

Warri ABO balleessina jedhanii uummata hiraarsaa ture har’a ofiifuu badaniiru. Abiyyi sanuma irraa illee baruu dadhabee akkuma gooftolii isaa durii ABOn balleessa jedhee tumsa ollaa kadhata. ABOn dhaaba badu miti hin dhama’iin. ABOn jiraataa dha !


Mootummaan BILXIGINNAA dirqiidhaan WBO dhahi ja’ee ergee. WBO’on nagayaan booji’ee jira..
Maalo sagalee haa taanuuf.
Warri Dodola nama kana ni beeytuu?


Obboloota lamaan qabeenya Oromoon akka ija isaatti tikfachuu qabu.