Duula hidhamtoota keenyaaf sagalee ta’uu sirritti itti muddaa.

Duula hidhamtoota keenyaaf sagalee ta’uu sirritti itti muddaa.

#Odeessa keessoo dhagaheen Abdiin ni jira. Gama Ameerikaatin Dhiibbaa jabaatu godhamaa jira!
1 Hoggantoota ABO jajjaboo,Jaal Abdii Raggaasaa fi Koronel Gammachuu ayyaanaa dabalatee Warri hidhatti hafe hunduu akka gadi lakkifamu
 
2 Warra hidhatee qawween lolaa jiru TDF fi W-B-O fa’a waliinis keeniyatti haalli mijatee mariin haqa qabeessi akka gaggeeffamu kallattiin kaa’amaa jira. “Waaqaa fi Faranjiinis nama jabaate gargaaru” jedhe Prof Marara Guddinaa!
 
Warri Biyya alaa dhimma kanarratti hojjataa jirtan, Jabaadhaa itti jabeessaa. Warri biyya keessas duula hidhamtoota keenyaaf sagalee ta’uu sirritti itti muddaa.
Haqa qabna
Ni moona!
#Free_All_Oromo_Polotical_Personers
WBO

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.