Dura ta’aan paartii EZEMA obboo Biraanuu Naggaa ibsa gaazexeessitootaaf har’a laachaa jiran keessatti akka dubbatetti paartiin bilxiginnaa maallaqa uummatni gibira kaffaluu fi fandiiwwan misoomaaf mootummoota addunyaarraa argaman mara duula filannoo fi holola adda addaatif akka itti dhimma bahaa jiru saaxilanii jiru. Kanaafis gochi kuni paartilee mormituu biroo irratti dhiibbaa uumuun gara gochaa Hin taanetti waan nu geessuuf akka gochaa kanarraa of qusatan akeekkachiisaniiru. Dabalataanis Boordin filannoo gocha seeraan Alaa paartiin bilxiginnaa raawwachaa jiru kana akka to’atu gaafataniiru itti muddi
Good visit to Bahir Dar today. Meetings both with Regional Government and opposition parties. Discussion focused on security, democratic reforms, elections, and collaboration between #Sweden and #Amhara past and future. 🙏 for warm welcome & sharing your views with us! pic.twitter.com/Sgue0y5GpJ
— SWE in Ethiopia & AU (@SweinEthiopia) February 26, 2020