“Dur maqaa ABO himata humni baadiyyaa sun,… har’a garuu……”

“Dur maqaa ABO himata humni baadiyyaa sun,… har’a garuu……”

ONN LIVE: ONN Qophii Turuura KAAYYOO: Marii haala yeroo irratti Qindeessaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi Miseensa Gumii Sabaa ABO kan ta’ee Ibsa Nageessaa (Seeneessaa Qeerroo)waliin godhame. Waxabajjii 11/2019.


Tokkicha maqaa kudhanii
Isa kuffisanii cabsuuf homaa dadhabanii
Isa maqaa dharaatiin hogguyyuu faalanii
Otuu hin dhabamiin kunhoo hardha gahee
Dhugaasaa qabatee hundaa irra aanee
Otuu inni jiruu Hedduutuu dhabamee, hardha dhagaa tahee.

Mohammednur Guye