Dubbiin Hacaaluu Hundeessaa Wayyaaneetti michii taatee qoricha michii barbaaddachaa jiru
OBN akkamitti sirba hacaaluu live dabarse jedhu warri abbaabbaa intinaa
gabaasaqeerroo “Qeerroon Gootota Keenya mana hidhaatii bahan simachuuf alaabaa Oromoo Akkasiin Qabatanii Bahan.
Kanaaf Diinatu Harka Keesssaa Qabaa Alaabaa Sana Baatan Jettuuree Ammas yaa warra intinaa?”
“Qerroo Mandi simana qabsa’a mirga oromoo Abdii Tamiraatiif taasifame”