Dubbii Ajaa’ibaa kana ilaaalaa! Akka itti qotee bulaan Oromoo naannoo Shanoo lafa isaa itti saamame.

Dubbii Ajaa’ibaa kana ilaaalaa! Akka itti qotee bulaan Oromoo naannoo Shanoo lafa isaa itti saamame.

Bara 1979 keessa lafa qotee bulaa Oromoo dargiin maqaa giddu-galeessa qorannoo qonnaa jedhuun lafa herktaara dhibba hedduu fuudhee ture.
Bara 1991 keessa Naannoon Oromiyaa gaafa hubdaa’u lafti kun harka naannoo Oromootti deebi’e.
Erga Abiy Ahmed aangootti dhufee garuu lafti kun kaampii Liyyuu Haayilii mootummaa amaarataa ta’uudhaan harka Jaraatti deebi’e.
Lafti kun hundinuu mootummaa Amaraatiin dhuunfatameera.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.