Dubartiin Adiin Geetachoo Raddaa waliin mul’atteef Magaala Maqalee irraa kan hafe Guutuu naannoo Tigraayitti bilbilli fi geejjibni adda cite.

Dubartiin Adiin Geetachoo Raddaa waliin mul’atteef Magaala Maqalee irraa kan hafe Guutuu naannoo Tigraayitti bilbilli fi geejjibni adda cite.

Akka gabaasni Eritrean press jedhutti dubartii adiin Geetachoo waliin suuraa kaate hanga isheen dhaabbata NGO keessa hojjetu baramee tarkaanfiin saffisaa fudhatamuu qabutti jechuun ibseera.

Gabaasa kana irraa kan hubatamu Dubartiin Adiin Geetachoo waliin Suuraa ka’uun mul’achuun Mootummaa Itoophiyaa caalaa Mootummaa Eritrea dallansiisera. Sababbiin kanaa immoo warri lixaa karaa warra kanaan tplf’f deeggarsa gochaa jiranii dha.


SHOCKING
Comment – ይች ሴትዮ የትኛዉ ድርጅት ዉስጥ እንደምትሰራ በአስቸኳይ አጣርቶ ድርጅቱ ላይ ርምጃ መዉሰድ ያስፈልጋል።
27 June 2021 – (EP) Ethiopia took the first step by blocking access to phones and internet outside Mekelle today after this “shocking” photo emerged.
The photo shows one of the evidences that the so-called ‘NGOs’ are collaborating with Getachew Reda, the terrorist TPLF’s spokesperson.
Eritrea today says Western governments and the so-called NGOs are biding to resuscitate the terrorist TPLF group.


Waaqnii fi Faranjiin nama jabaate gargaaru. P/r Mararaa Guddinaa. Ammas USA haa ta,uu biyyoonni Guddatan Wayyaanee Akka Aangootti deebitu gochuu danda,u.Haaluma kanaan OPDO lammaffaas bixxilachuu jalqaba jiru fakkaata.Gadaan Abbiy dhumaa jira.Of eeggannoo godhamuu qaba.Dhaabbilee siyaasaa Oromoo Sochii Ameerikaafi biyyoonni Awurooppaa achitti taasisan dammaqinaan hordofuu barbaachisa.

Via: Masresha Kumsa