Dubai Marathon Oromiyaa fi biyyi oollaa keenyaa Xoophiyaan guyyaa har’aa

#Dubai #Marathon
Oromiyaa fi biyyi oollaa keenyaa Xoophiyaan guyyaa har’aa Dubaayitti fiigicha maaraatoonii geggeessaa jiran, fiigicha kanaan atileetoonni lammii Oromiyaa sadarkaa 1-10 qabatanii wal duraa duubaan xumuruun alaabaa Oromiyaa adduunyaa irratti ol kaasanii jiru. Oduu kana waggaa har’aa OMN, ONN, CNN, ALJEZEERA, BBC fi midaalee kanneen kana fakkaataniin dhageessu.


Maqaayyu Sitti Godhe Oromoon Maal Sii Godhe Qeerroo Dubai Dhamsaaa Isanii.

በዱባይ ማራቶን ያሸነፉ ኢትዮጵያውያን አትሌቶች


Ethiopian runners dominate at Standard Chartered Dubai Marathon 2020

(khaleejtimes)–Ethiopia’s Olika Adugna Bikila and Worknesh Degefa win the titles.

Ethiopian runners dominate in both men’s and women’s competition at the Standard Chartered Dubai Marathon 2020, one of Dubai’s landmark events.

Ethiopia’s Olika Adugna Bikila clocked 2:06:15 to win the men’s title while in the women’s race, Worknesh Degefa clocked 2:19:37 to defend the title.


Crazy finish !!! 11 Men Under 2:07 – 2020 Dubai Marathon

Atileetonni keenya Dubaayitti injifatan. Baga milkooftan jennaan.
#Oromummaa #Sabboonummaa #Injifannoo