Du’a qondaalota MNA fi qondaalota waraanaa gurguddoo

Du’a qondaalota MNA fi qondaalota waraanaa gurguddoo lamaaniitti fayyadamuun hariiroo Amaaraa fi Tigraay deebisanii jabeessuuf duula aktivistoota oliitiin godhamaa jiru argaa jirra.

Hariiroo ummataa deebisuuf hawwuun yoomuu deeggaramaa dha. Hariiroon ummatoota mara gidduu akka toluuf osoo hunduu qooda gumaachee wanni walitti nu buusu ni xiqqaata, bakka fokkataa har’a geenyu kanas hin dhufnu ture. Garuu duulli amma godhaa jiran ‘Oromoo ofirraa rukutuuf wal jibbamsa keenya dhiifnee haa firoomnuu’ dha. Diinni diina kootii fira kootii dha. Duulli kun aktivistoota Amaaraa biraa jalqabamaa jira. Gama Tigraayiin garuu sochiin fakkaataan dilas hin mul’anne. Irra caalaan warra Tigraay sagalee balleeffatanii haala deemaa jiru hordofuutti jiru. Oromoon akka dubbii kana hubatuuf wantin barbaadeef waan tokkoof qofa.

Wal harcaasuu dhiisaa. Yeroo akkasii kanatti Oromummaatu akka diinaatti laalamaa jira waan taheef Oromoo taatee ajandaa biraa wayta kana hin dubbatin. Gariin nama keenyaa (kan barate jedhamus tahee kan kan hin baratin) wayta kam maaltu dubbatamuu akka qabu hin hubatu. Keessumattuu warra baranne jennu tokko tokko irratti dadhabbina akkasii arguun gaddisiisaa dha. Yeroo waliin deemuudhaan dhimma belbeltuu fi kan booda dhufuu danda’u adda baafachuu (relevance) irratti hanqina tokko tokko agarra.

Warra duula halagoonni nuratti godhaa jiran irratti osoo jecha takka hin dubbatin hammeenya hoggansa ODP irratti qofa qubaa qunca’aa oolutu jira. Hoggansa Dr. Abiyyi irraa qurrama miliyoona qabaachuu dandeenya. Yeroo kanatti qurrama sana gururi’uun garuu halagaaf daboo bahuu irraa addatti hin laalamu. Wayti jarri duula farra Oromummaa nu marsee jiru cabsanii irra aanuuf muddaa keessa jiranitti utubaa tahuufii dha malee mogolee jalatti dhahuu miti. Yeroon kun akkamitti duula Oromummaa keenyaan nurratti qiyyaafate akka itti qolannuu fi irra aannu irratti qofa kan xiyyeeffannuu dha. Ummanni keenya waan nu qoqqoodu lakkisuun waan nu tokkoomsu qofaaf dursa kennuu qaba. Yeroo itti hoggansa kana qeeqnuu fi tumsinu addaan hin beeynu yoo tahe afaan qabannee usnee ilaaluunis furmaata tokko.

Yaya Beshir

ኣቢሲንያውያንን እርስ በርስ ለማባላት የተደረገው የጨቅላው ሚኒስትር ና ቲማቸው ሴራና ድራማ ማጋለጥ


This guy is one of the security intelligence members, INSA, who worked with Dr. Abiy Ahmed for years. He is the most trusted agent by the TPLF. Now, he is assigned to work against the Oromo in diaspora, specifically, USA. Watch out for him.


Ethiopia: ሰበር ዜና | አማራ እና ትግራይ አንድ ሆነው የ | ዶ/ር አንባቸው መኮንን | አና | ጀነራል ሳዓረ መኮንን | ሞት ሊበቀሉ ነው !!


Where are Oromo Lawyers? Oromo Lawyers please contact me?

የኢትዮጵያ መንግሥት ከአለም የተለያዩ ሃገራት ጋር በተለይም ከዩናይትድ ስቴትስ ኦፍ አሜሪካ ጋር ከመቼውም ጊዜ የበለጠ የጠበቀ ግንኙነት እንዳላት ይታወቃል፣ ነገር ግን እኚህ በሰለጠነና ሠላማዊ ሃገር ተቀምጠው ልጆቻቸውን በሠላም እያሳደጉ የተረጋጋ ኑሮን እየኖሩ ለግል ጥቅማቸው እና የፖለቲካ ትርፍ ብቻ ህዝብን ከህዝብ የሚያጋጭ የብሄር ቤሔረሰቦችን ክብር የሚነካ የጥላቻ ንግግርን እና ምልክትን ከማስተላለፍም በላይ፣ በቀጥታ የአማራ ክልል አስተዳደርን መዋቅር በመምራት ላይ ባሉ ኢትዮጵያውያን ላይ የግድያ ዛቻ እና ቅጥረኛም ጭምር በማሰማራት በሃገራችን ሰላም እና መረጋጋት ላይ እያደረሱ ያለውን ህገወጥነትን መንግሥት በዲሞክራሲ ሰበብ ሊያልፈው ስለማይገባ የጠቅላይ ሚኒስትር ጽሕፈት ቤት ከአገር ውስጥ ደህንነት ቤሮ እንዲሁም ከአሜሪካ ኢንባሲ ጋር በመተባበር ተገቢውን እርምጃ እንዲወስድ ስንል ጥሪያችንን እናቀርባለን ።

ማንም ከሃገር እና ህግ በላይ አይደለም!

ውድ ኢትዩጲያውያን ሃገራችሁን ከውደዳችሁ ሼር በማድረግ ሃላፊነትዎን ይወጡ።

CC: #Office_of_the_Prime_Minister-Ethiopia
#Embassy_of_Ethiopia,_Washington DC
#Ministry_of Foreign Affairs is the Ethiopian
#Ethiopian Consulate General in Minnesota, USA
#Consulate General of Ethiopia in Los Angeles

The Government of Ethiopian government has been given to the most important countries of the world, but the people of the United States of the Ethiopian government and the political profit of the people of Ethiopia. The Government of the prime minister has been held in the country of the country, and the government of the amhara region, the government of Ethiopia has been revealed to We will be able to offer you.

No one is more than a country and rule of law!

Dear Ethiopia, please share your information and share your information.

CC: #Office_of_the_Prime_Minister-Ethiopia
#Embassy_of_Ethiopia,_Washington DC
#Ministry_of Foreign Affairs is the Ethiopian
#Ethiopian Consulate General in Minnesota, USA
#Consulate General of Ethiopia in Los Angeles



Ethiopia: ሰበር መረጃ – ጀነራል አበባው ታደሰ “ያበጠው ይፈንዳ” ሲሉ ጀነራል ሰዓረ ላይ ሲደርስባቸው የነበረውን ይፋ አደረጉ

Ethiopia: ሰበር መረጃ – ጀ/ል አሳምነው መገደላቸው ሲሰማ በባህርዳር ምን ተከሰተ? – የዶ/ር አምባቸው ጓደኛ “ወደ ክልሉ አትሂድ ብዬው ነበር” አሉ

Ethiopia honours assassinated army chief ahead of burial in Tigray region


There should be nothing against Amhara nationalism. Nobody should oppose the natural rights of Amhara people to love and administer themselves and demand the federal government stop its interference in their affairs. The problem is romanticising and fantasying of restoring the dead Naftenga hegemony. That will lead to inter-ethnic war and the disintegration of the country. Majority of these Naftengas are found in Finfinnee. Government should take action against them all before the country slides further into mess. The problem is not really in Bahir Dar, it is in Finfinnee.
In fact government should be extremely careful not to use the current predicament in Amhara state as an excuse to target Amhara nationalists in the region to embolden the dwindling popularity of ADP.

Biyya Oromiyaa

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.