OBN Afaan Oromoo’s video: Dr. Mararaa Guddinaa turtii OBN waliin qophii Tibbanaa fi Gulanaa irratti dhiyaate.

DOKTAR MARARAA MAAL JEDHAN?
==============================
[OBN 15 05 2010] Dr. Mararaa Guddinaa turtii OBN waliin qophii Tibbanaa fi Gulanaa irratti dhiyaate.


Gabaasaqeerroo “Qeerroo walloo jirra WBO Duukaa jedhu
kan bu’aa isaa arge akkanatti galateeffata.kan bargarii quufes faranjii galateeffata.qeerroon immoo WBO galateeffata akkanatti”