Dr. Debretsiyon kana booda Itoophiyaa keessa hin jiraannu jechuu fi #Sudan

Oduu Adoolessa 04,2021|| Dr. Debretsiyon kana booda Itoophiyaa keessa hin jiraannu jechuu fi #Sudan

Sammuu Abiyiif dhiifama godhu hin qabnu!
Jaallan keenya badii tokko malee hidhamanii fi ajjeefamaniin harki isaa xuraa’eera!!
Abiy buqqisuun mariif Kan dhiyaatu miti!!