Dr. Birhanemeskel Abebe Segni Qonstilaa Jeneraala Los angels tahee muudame
Ma’aazaa Birruu (Haadha Sheger FM) fi Biraanemasqal hariiroo akkamii akka qaban nama dhiba. Dhimma Oromoo fi Oromiyaa kan habashaan fuutee FM kana irratti gadi roobsuun nu arrabsaa turtee fi jirtu kan kennuufii nama kana dha. Kunis suura kaafamee na harka ture dha. Amma Biraanemasqal aangawaa olaanaa ta’ee muudamee gara biyya Ameerikaa deeme
Odaa Gurree
Viidiyoo kanarraa kanan kutee hambise jira. Warran hambises guyyaa isaanii eegeen gadhiisa. Kaadireen OPDO callistee hin waciin. Bakka ati ooltu hundatti kaameeraan keenya hidhamee jira. Biraanemasqal iddoo kanatti maallaqa mana jalaa fuudhee kiisha kaawwatee yeroo deemu kan agarsiisu dha. Busted ! 😆
Odaa Gurree
Dr. Birhanemeskel Abebe Segni, The Florida Oromo Community congratulates you on your appointment as Consulate General of Ethiopia, Los Angeles and wish you every success in your new duties. Please be assured that you have full support of our Community!!
Who is this guy?? Why the neftegnas are so happy? Him .
Lalisaa Hiikaa
Erga namittiin kun shuumamte Diaspora aangoo argachuuf biyya gale hundaafuu abdiin jira. Obsa qabaadhaa, isiniif rabbi jira. Waaqni shiroo ilillii isin hin gatu 😂😂
Corruption Has Killed More People Than Civil Wars In Africa – Prof. PLO Lumumba
የኦሮምያ ክልል ፕሬዛዳንት አቶ ሽመልስ ቁጣ የተሞላበት ንግግር Ethiopia Abiy Ahmed
This is called-Self-censorship!!!This guy has shortage of words he repeats word all the times.